Well Come to Sagalee Waaqayyoo Official Website
Marsariitiin keenya barreeffamoota adda addaa waa'ee sagalee Waaqayyoo Caaffata Qulqullaa'oo fi taateewwan addunyaa wabeeffachuudhaan isiniif maxxansa. Babal'ina technology yeroo ammaa gargaaramuudhaan dhaloota waa dubbisuu barbaaduuf waan jireenya har'aafi borii fayyadu isiniif kaa'uu barbaadna.
Isinis immoo bilisaan barreeffamoota keenya dubbisuudhaan gargaaramaa isiniif jechaa; yeroo yeroodhaan fuula miidiyaa hawaasaa keenyaa hordoftanii qeeqaafi tumsa barbaachisaa akka nuuf taasiftan jaalala Gooftaa keenya Yesus Kiristoosiin isin gaafanna.
Ayyaana Waaqayyootiin waan hundumaa gochuu ni dandeenya.
Stay connected
Teessoon keenya Biyya Itoophiyaa, Naannoo Oromiyaa, Magaalaa Baatuuti.
Ethiopia, Oromia Region, Batu City.

